Biyya zimbaabuwee keessatti daldaltoonnii Idilee yokaan warren mana keessatti daldalan sababa namoonnii gabaa daandii irraa isa caalaa rakasa ta’e waan fayadamaniif wal’aansoo gaba jabaa keessa seenuun isaanii gabaasamee jira.
Mootummaan gama isaatiin dilaala yokaan kaffaltii gibiraa daldaltootaa idilee iraa argatu akka hindhaabne hojjachaa jira. Dhimma kana irratti gabaasa Kolombos Maavungaa Haraaree Zimbaabuwee irraa VOA dhaaf erge Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Forum