Xurree ittiin seenan

Breaking News

Imaammatni Mootummaan Tiraamp Raashiyaa fi Yokireeniin Araarsuuf Qabate Hangam Fuu-dura Deemaa Jira?


Imaammatni Mootummaan Tiraamp Raashiyaa fi Yokireeniin Araarsuuf Qabate Hangam Fuu-dura Deemaa Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00

Imaammatni Mootummaan Tiraamp Raashiyaa fi Yokireeniin Araarsuuf Qabate Hangam Fuu-dura Deemaa Jira?

Bulchiinsi Tiraamp Raashaa fi Yukireeniin gara mariitti fiduuf hojjechaa yeroo jiruu kanatti, Humnoonni Raashiyaa Yukireeniin haleeluu itti fufaniiru. Yukireen marii nagaaf qophooftee osoo jirtuu, Moskoon waraana kana xumuruuf qophii ta’uu ishee ragaa xiqqootu jira jedhu xiinxaltoonni. Gabaasa Ricardo Marquina ergee Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG