Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Tiraamp Yunaayitid Isteetis Gaazaa Dhuunfachuu Qabdi, Jedhan


Prezidaant Tiraamp Yunaayitid Isteetis Gaazaa Dhuunfachuu Qabdi, Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:01 0:00

Prezidaant Tiraamp Yunaayitid Isteetis Gaazaa Dhuunfachuu Qabdi, Jedhan

Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Doonaald Tiraamp isa kanaan dura lammileen Palastaayin , Gaazaa gadhiisuun gara biyyoota ollaa Joordaanii fi Masiriitti geesamuu qabu jedhan irra darbuudhaann Yuunaayitid Isteetis Gaazaa akka dhuunfachuu qabdu dubbatanii jiru. Tiraamp Kibxata kaleessaa galgala Waayit Haawusitti Ministara Muummee Israa’eel Beenjaamiin Netaanyaahuu yommuu keessuummassan Ibsa Kannan irratti ture kan kana dubbatan. Gabaasa Paastii Widaakuswaaraa masaraa Waayit Haawus irraa qopheesite Mitikkuu Fiqaaduutu tu dhheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG