Gocha Yunaaytid Isteetis duguuggaa sanyii Sudaan keessatti raawwatame ittiin jette ilaachisuudhaan buqaatoonii daangaa biyyaa Chaadii fi Daarfuur irraa qubatanii jiran haala achitti jiru sagalee Amerikaatti himanii jiru. Dhimma kana irratti gabaasaan VOA Heenrii Wiilkins gabaasa Adree, Chaad irraa ergee Jaallannee Gammadaa tu dhiheessa.
Duguuggaa Sanyii Sudaan Keessatti Raaw’atame Kan Yunaayitid Isateetis Jette Baqattoonni Daangaa Daarfurii fi Chaad’rra Jiran Maal Jedhu?
- VOA
Forum