Doonaald Tirammp karooraa isaanii Mootummaa Federaalaa keesatti jijirama taasisuu isa jedhu akka raawachiisan abba qabeenyaa Ilaan Muskiin muudaniiru. Paartii Dimokraatotaa irraa bakka bu’oota mana maree uummataa kanneen ta’an Doonaald Traamp akka Ilaan Maski akka baasii mootummaa federaalaa hir’isu taasisuun isaanii dogogora akka tahe ibsuudhaan mormaa jiru. Dhimma kan irratti gabaasaa Misheel Kuuniinin VOA dhaaf qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Kan Prezidaant Tiraampiin Muudaman Elaan Maask Mootummaa Federaalaa Yunaayitid Isteetis Akka Dhiphisan Eeyyamamuufii Qabaa?
- VOA
Forum