Xurree ittiin seenan

Breaking News

Diriim - Giddu-gala Leenjii Gaazzexeessummaa fi Miidiyaa

Diriim - Giddu-gala Leenjii Gaazzexeessummaa fi Miidiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00

Giddu-galli leenjii ogummaa gaazexxessummaa “Diriim” jedhamu Finfinee keessatti namoota fedha gaazzexeessummaa qabaniif leenjii gabaabaa kennaa jira. Leenjichi ogummaa gaazzexeesummaa argachuuf carraa guddaa nuuf uumee jira, jdhu leenjifamtoonni giddu gala Dream jedhamu kanaa. Hundeessan dhaabbatichaa Lalisaa Alamuu leenjiiffamtoonni kunneen namoota gosa hojii fi barnoota adda addaa kanneen achi deeman tahuu dubbatu.

Forum

XS
SM
MD
LG