Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dimookiraatonni Jijjirama Prezidaant Tiraamp Dhaabbata Misooma Sadarkaa Addunyaa Biyyattii USAID Irratti Taasisan Kan Falman Tahuu Beeksisan


Dimookiraatonni Jijjirama Prezidaant Tiraamp Dhaabbata Misooma Sadarkaa Addunyaa Biyyattii USAID Irratti Taasisan Kan Falman Tahuu Beeksisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00

Bulchiinsi Doonaaldi Tiraampi jijjiiramoota dhaabbatoota mootummaa Yuunaayitid Isteetisi kannneen akka Dhaabbata Misoomaa Sadarkaa Adunyaa Yuunaayitid Isteetis kan biyyattiin gargaarsa namoomaa biyyoota alaaf ittiin dhiyyeessuun addunyaarratti dursitu irratti dhiibbaa taasisa, jedhan irratti qabsa’uuf fandii maallaqaa mootummaa irratti yeroo mariin dhiheenyatti taasiifamu akka meesahaatti akka itti fayyadaman Hooggansi Koongireesii kan paartii Dimookiraatootaa torban kana keessa akeekkachiiseera. Gabaasa Kateeriin Giibsan Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG