Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Waggaa Haaraa Aadaa Saba Geeda’o Daraaroo Kaleessa Diillaatti Ayyaaneffame

Ayyaanni Waggaa Haaraa Aadaa Saba Geeda’o Daraaroo Kaleessa Diillaatti Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:18 0:00

Naannoo Kibba Itiyoopiyaa keessaa ayyaanni galataaa Saba Geedi’oo ayyaana wagga haaraa “Daraaroo” jedhamu kaleessa magaalaa Diillaa Keessatti kabajamee jira. Godina Geedi’oo Odaa “Yaa’aa” kaasee baatii tokkoof kan kabajamu xumura ayyaana Daraaroo kana irratti argamuudhaan gabaasan Sagalee Ameerikaa Yoonaatan Zebidiwoos Diillaa qophii qindeesse, Tujubee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG