Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Konkolaataatiin Namoonni 43 Wallaga Bahaa, Gudayyaa Biilaatti Lubbuu Dhaban

Balaan Konkolaataatiin Namoonni 43 Wallaga Bahaa, Gudayyaa Biilaatti Lubbuu Dhaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00

Naannoo Oromiyaa godina Walagga bahaa aanaa Gudayyaa biilaa bakka Ifa biyyaa jedhamu keessatti guyyaa har’aa ganama naannoo sa’a lamaa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 43 daruu fi kanneen 42 ta’an miidhaan cimaa fi salphaan irra ga’uu bulchaan aanaa Gudayyaa Biilaa ibsaniiru. Balaan sun kan dhaqqabe Atoobisiin Horro Guduruu Wallaggaa Shaambu irraa gara Finfinneetti imalaa ture fireeniin isaa citee garagaluun ga’uu ibsaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG