Pirezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Doonaald Tiraampi Aluuminiyeemii fi Siibiloota gara Yuunaayitid Isteetisitti seenan irratti Taarifa yokaan qaraxa dhibbeentaa 25 dabaluu Wiixata darbe kana Beeksiise. Kunis Meeksiikoo fi Kaanadaa kanneen bal’inaan mi’awwan kannneen gara Yuunaayitid Isteetisitti ergan miidhuu mala . Tarkaanfiin daldalaa Tiraamp kun dorgomtuu Yuunaayitid Isteetisi ishee guddoo kan taate Chaayinaa irraas dheekkamsa kaaseera. Gabaasa Aannitaa Paawel Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Pirezidaant Tiraamp Aluumiinijayeemii fi Sibiila Galfamurratti Dilaalli Akka Muramu Ajajuun Kaanaadaa fi Meksiikoo Miidhuu Mala Jedhame
- VOA
Forum