Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaan Mootummotaa Yoo Xiqqaate Naannoolee Sudaan Shan Keessa Beelli Hamaan Jiraachuu Beeksise

Tokkummaan Mootummotaa Yoo Xiqqaate Naannoolee Sudaan Shan Keessa Beelli Hamaan Jiraachuu Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:18 0:00

Tokkummaan Mootummootaa yoo xiqqaate naannolee Sudaan shan keessa beelli hamaan jiraachuu labsee jira. Namoonni guyyaa guyyaan beelaafi dhukkuboota kanaan walqabataniin du’aa jiru jedha. Naannolee sana keessaa tokko kaampii yokaan mooraa buqqaatootaa Zamzam kan Daarfuur Kaaba keessatti marfamee jiru dabalata. Gabaasaan Sagalee Ameerika Heenrii Wiilkins baqattoota kaampii kanarraa dheessan dubbisee gabaasaa qopheesse4 Jaallanneetu dubbisa

Forum

XS
SM
MD
LG