Bulchiinsi Tiraamp karoora namoota jumlaan biyyaa baasuuf qabuun saffisaan socho’aa jira.Godaantota tokko tokko gara Guwaantanamoo Beey ka biyya Kuubaa jirutti erguun kaan immoo saffisaan biyyaa isaaniitti ari’aa jira. Immigreeshinii ilaalchisee gabaasa Aliin Baaroos ergiite Jaallanneetu dhiheessa.
Bulchiinsi Tiraamp Namoota Seeraa-ala Yunaayitid Isteetisiin Seenan Jumlaan Biyyaa Baasuu Ciminaan Itti Fufee Jira, Jedhame
- VOA
Forum