As Yunaayitid Isteetis, walakkeessa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti yeroon kun yeroo omishii Astrooberii fi burtukaanaa itti sassaabamuudha. Hata’u malee bulchiinsi Doonaald Traammp godaantota eyyama seeraa hinqabne irratti tarkaanfii fudhachuu jalqabuu isaa hordofuun, hojjatoonni bakka qotisaa warreen eeyyama Yunaayitid Isteetis keessa jiraachuu hin qabne bakka hojii irraa of fageessaniiru. Gabaasaa Jeeniyaa Daaloot dhimma kana irratti qopheesite Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Kutaa Kaalifoorniyaa Keessatti Godaantonni Eyyama Jireenyaa Hin Qabne Tarkaanfii Mootummaa Sodaachuun Iddoo Hojiirraa Of Fageessaa Jiran
- VOA
Forum