Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan Afriikaa Waliigaltee Piritooriyaatti Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABUT Gidduutti Tolfamee Ture Ilaalchisee Gabaasaa Dhiheesse


Gamtaan Afriikaa waliigaltee Piritooriyaa Kan lola Kaaba Itiyoophiyaatti geggeessamaa tureef fala ta’uu isaa jajuun kaleessa gabaasa dhiheessee jira. Gaggeessaa Koomishinerummaa Gamtaa Afriikaa xumuruun amma aangoo lakkisaa kan jiran Muusaa Faakii, Waliigalteen kun rakkoo Afriikaanonni waliin ta’anii furatan isa guddaa, jechuun dubbatan.

Addi Bilisummaa Ummata Tigraay ammas raawwiin waliigaltichaa akka hojiitti hiikamu kan gaafate yoo tahu, mootummaan Federaalaa waliigalateen kun akka hojiirra ooluuf darbees naannoon lola kanaan miidhame gara jiruu idileetti akka deebi’uuf hojiirra akka jiru ibse. Galmoo Daawiti bakka gabaasichi itti dhihaatetti argamuun gabaasaa qindeesse qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG