Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Awurooppaa Dhimma Nageenya Isaaniirratti Mari'atan 

Hoogganoonni Awurooppaa
Dhimma Nageenya Isaaniirratti Mari'atan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Hoogganoonni Awurooppaa Dhimma Nageenya Isaaniirratti Mari'atan 

Hoggantoonni Awurooppaa Wiixata kaleessaa Paarisitti walgahii hatattamaa geggeessuun nageenya Yukireen fi Awurooppaa irratti mari’atanii jiru. Akka Heenrii Riijwell gabaasetti, walgahiin kun kan dhufe erga giddu-seensawwan dippilomaasii Yunaaytid Isteetis cicha isheen waliigaltee biyyoota kaaba Atlaantiik'f qabdu kan nageenya Awuroopaaf bu’uura ta’e mamii keessa galee booda.

Forum

XS
SM
MD
LG