Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Hegeree Yukireen Irratti Mariin Yunaayitid Isteetis fi Raashiyaa Gidduutti Saawud Arabiyatti Geggeessame Yukireeniin Hin Hirmaachisne


Dhimma Hegeree Yukireen Irratti Mariin Yunaayitid Isteetis fi Raashiyaa Gidduutti Saawud Arabiyatti Geggeessame Yukireeniin Hin Hirmaachisne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:06 0:00

Dhimma Hegeree Yukireen Irratti Mariin Yunaayitid Isteetis fi Raashiyaa Gidduutti Saawud Arabiyatti Geggeessame Yukireeniin Hin Hirmaachisne

Minjaalii marii wal-waraansa Raashaa fi Yukreen giduutti taasifamuu dhaabsisuuf Kibxata kaleessaa biyya Saawudii Arabiyaa, magaalaa Riyaad keessatti egeree Yukireen irratti qophaa’e kanuma aangawoota Yunaayitid Isteetisii fi Raashiyaa mari’achiise ture. Yukireen maricha keessa hin turre. Akka masaraan waayiti Haawus jedhuttii sochiin dipiloomaasii sarara gamasii fi gamanatiin taasifamu walwaraansaa waggoottan sadiif Awurooppaa raasaa ture xumuruudhaaf furtuu jalqabaati. Dhimma kana irratti gabaasaa Anitaa Paawol Wayit Haawus irraa VOAdhaaf qopheesite Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG