Kan umuriin ganna 14 Geesmaan kutaa Sudaan, Daarfuur irraa milishoonni hidhatan warra ishee fi obboleessa ishee eega ajjeesanii booda baqatte.
Kunis, obboloota ishee quxisuu kunuunsuuf itti gaafatama irra jiru akka fudhattu taasiisee. Amma mooraa baqattootaa Chaad keessa kan jiraattu yoo ta'u, maatiin ishee sooruuf sa'aatii dheeraa hojjetti. Dhugaan kun daa'imman hedduu hokkara gara jabinaan Daarfuur keessatti ta’een buqqa'an, mudatee jira jedha gabaasnii Heenrii Wiilkins erge Jaallanneetu dhiyeessa.
Forum