Xurree ittiin seenan

Breaking News

Olollii fi Odeeffannoon Sobaa Raashiyaan Ooftu  Loltoonni Faransaay Keessaa Naannoo Saahelii  Bahuuf Sababaa Tahe Jedhame

Xiinxaltoonni akka jedhanitti duulli ololaa fi odeeffannoo sobaa Raashiyaa loltoonni Faransaay Chaad fi biyyoota Afrikaa biroo naannoo Saahel jiran keessaa ba’uu isaaniif sababoota ijoo ta’aniiru. Dhimma gana irratti gabaasaan VOA Henry Wilkins magalaa guddicha Chaad N’djamena irra gabaasnii erge itti anee isiniif dhihaata

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG