Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteetis Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Keessaa Bahuu fi USAID Yeroof Hojii Dhaabsisuun Duula Farra Dhibee Busaarratti Danqe, Jedhame


Yunaayitid Isteetis Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Keessaa Bahuu fi USAID Yeroof Hojii Dhaabsisuun Duula Farra Dhibee Busaarratti Danqe, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00

Yunaayitid Isteetis Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Keessaa Bahuu fi USAID Yeroof Hojii Dhaabsisuun Duula Farra Dhibee Busaarratti Danqe, Jedhame

Yuunayitid Isteetis Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Gamtaa Mootummootaa keessaa bahu fi dhaabbata gargaarsaa Yuunayitid Isteetis USAID hojii yeroof dhaabsisuun, duula Afriikaan dhibee busaa dhabamsiisuuf taasisaa jirtu danqaa jiraachuu angawootni Gumii Fayyaa Gamtaa Afriikaa himanii jiran. Maayikel Adekuunlee Hoji Gaggeessaan dhaabbata duula Busaa Baleessuu Gaggeessu RBM keessumaa Busaa to’achuuf tumsi Prezdentii kan President Malaria Initiative jedhan murtee kan booda hirrachuun, duula Busaarratti Afriikaan gaggeessaa turte danqee jedhan. Dhimma kana ilaalchisuun gaaffii Sagale Ameerikaa irraa dhihaateef kan deebii kenni Waajjirri Haajaa Alaa Yuunayitid Isteetis 'Tumsi gargaarsa namoomaa taasifamu martinuu akka Faayidaa Yuunayitid Isteetis eegsisutti ilaalamee calalamaa jira.” Jedhee jira. Galmoo Daawit tu gabaasaa kana Qophii Fayyaaf qindeesse.

Forum

XS
SM
MD
LG