Hoggantoonni Awurooppaa Yunaayitid Isteetis dhimma ittisa Awurooppaaf kutannoo qabdu irratti shakii qabanu irraa kan ka’ee waraana mataa isaanii ijaaruu irratti wal-dhabdee keessa yemuu jiran kannatti , waraana NATO keessatti hirmanna bakka lammafaa ta’een kan dhaadattu Turkiyaan karoora Awurooppaa keessaa qaama ijoo ta’uu akka dandeesu gabaasamaa jira. keessumaa hojii nagaa eegsisuu Yukireen keessatti taasifamu kamiyyuu irratti. Dhimma kana irratti gabaasaa Doriyaan Joonsiin Istaanbul irraa qopheessite, Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Humna Ittisaa Awurooppaa Cimsuu Keessatti Turkiin Qooda Ol’aanaa Qabaachuu Malti, Jedhame
- VOA
Forum