Erga baatii Waxabajjii bara 2024, yeroo mormiin ummataa wal-duraa duubaan Keeniyaa keessatti geggeeffame irraa eegalee namoonni humnaan qabamanii dhabamsiifaman jedhaman 82 galmaa’aniiru jedha Komishiniin Mirga Namoomaa Biyyoolessaa Keeniyaa.
Butamuu kana duuba eenyu akka jiru ammallee hin mirkanoofne. Hoggantuun waajira VOA Naayiroobii keessaa Maariyaamaa Diyaalloo obbolaan lama guyyoota 32f butamne jedhan waliin dubbachuun gabaasaa qindeessite qabnaa, Jaallannee tu dhiheessa.
Forum