Deggarsi Yunaayitid Isteetis hir’achaa deemus, gaaffiiwwan adda addaa guddachaa dhufus, akkasumas dhiibaan Raashaa itti fufus, qorannoon akka agarsiisutti lammiileen Yukireen akka waliigalaatti egeree isaanii irratti abdii guddaa qabaachuu isaaniitu mu’at’ata. Yaadannoo wagga sadaffaa weerara Raashaatiin walqabatee haala Yuukireen irratti gabaasa Lesiya Bakalets Kiyiv irra qopheessite Jalanee Gammadaa tu dhiheessa.
Lammiileen Yukireen, Rakkooleen Adda Addaa Jiraatus, Waa’ee Egeree Isaanii Abdii Guddaa Qaban, Jedhame
- VOA
Forum