Awurooppaa jalqabee hanga Amerikaa Kabbatti biyyoottan imaamataa dhimma godaansaa yokaan immigrashiinii jabeessaa deemuutti jiru. Biyyii waggoottanii fi akka biyyaa simannaa godaantotaatiin gaarii taateetti beekamtu Kaanaadaan dhimma barattoota biyya alaatii dhaqanii achitti baratanii irratti seeraa haaraa hojii irraa olchuuf jirti. Haaromsi seeraa kun imaammanni immigireeshinii addunyaa irratti daran daangeffamuun akka guddachaa dhufe mul’isa, jedhame. Dhimma kana irratti gabaasini Arzuumaa Kompaa’oree Kanadaa Kaalgarii irraa VOAdhaaf erge Bafiqaaduu Morodaatu dhiheessa.
Kanaadaan Barattoota Biyyoota Alaarraa Dhaqanii Achitti Baratan Ilaalchisee Jijjiirraa Seeraa Guddaa Taasisaa Jirti
- VOA
Forum