Biyya Keeniyaa keessatti namoottan hedduun kan odeeffannoo argachaa jiran karaa toora miidiyaa hawaasatiini. Jijjiramni gara Dijitaalaatti taasifamaa jiru halaa dirree midiyaa jijjiiraa jira. Keeniyaa keessatti gareen Tuukoo jedhamuufi hojii miidiyaa hawaasaa irratti bobba’ee jiru, dargaggoota midiyaalee fayyadamaniif filannoo garii ta’ee jira. Gareen kun akkaataa itti gafatamummaa gaazexeessummaa fi fedhii bara dijitaalaa walsimachiisuudhaan hojjachaa jiru irratti gabaasa Victoria Amunga tin Nayiroobii Keniyaa irraa qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Keeniyaa Keessatti Jijjiiramni Miidiyaa Gara Dijitaalaatti Taasisame Dorgaggootaaf Madda Odeeffannoo Filatamaa Tahee Jira
- VOA
Forum