Yeroo haalawwan jijjirama qileensaatin walqabataniin balaan biyyoottan irra gahu dabalaa deeme kanatti, dhaabbanni daldalaa fi walitti dhufeenyaa biyyoottan Gaanfa Afrikaa irratti hojjatu, dhaabilee dhimmaa namoomaa wajjin ta’uudhaan, karoora dursanii tarkaanfii fudhachuu fi kan akeekkachiisa qopheessee jira. Dhimma kana irratti gabaasa Jumaa Majaangaa Naayiroobii irraa erge, Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Forum