Xurree ittiin seenan

Breaking News

Seera-tumtoonni Yunaayitid Isteetis Karoora Prezidaant Tiraamp Kan Isaanii Kibxata Dabree Keessattti Ibsan Akkamitti Ilaalan?


Seera-tumtoonni Yunaayitid Isteetis Karoora Prezidaant Tiraamp Kan Isaanii Kibxata Dabree Keessattti Ibsan Akkamitti Ilaalan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:15 0:00

Doonnald Tiraamp yeroo aangoo isaanii isa marsaa lammafaatti haasaa yeroo duraatiif, Kibxata dable galgala yaa’ii waloo Koongiresii Yunaayitid Isteetis duratti dhageessisan keessatti dhimmota adda addaarratti karoora qaban ibsanii jiran. Seera tumtoonni Mana-maree Yunaayitid Isteetis walga’icha irra turanii fi haasaa isaanii dhaggeeffatan karoora isaanii kana akkamitti ilaalan? Gabaasaa Kaatiriin Jibsen, Bafiqaaduu tu dhiheessa

Forum

XS
SM
MD
LG