Gabaasni Fooramii diinagdee Addunyaa akka agarsiisutti Addunyaan guutummaatti sirna wal qixxummaa Koorniyaa hojiirra oolchuuf tilmaamaan waggoota 130itti fudhata. Kun kan dubartoonnii fi dhiiroonni dameewwan jireenyaa hundaa keessatti wal-qixa qooda fudhatan geessisuudhaaf jechuu dha. Guyyaa boorii “Maarch 8” guyyaan dubartootaa Idil Addunyaa kabajama. Gabaasa Sivitlaanaa Piriistiinsikaa Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.
Sanbata Boorii Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa Kan “Maarch 8” Jedhamutu Ayyaaneffama
- VOA
Forum