Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu

Meeshaalee Aadaa Boorana Biratti Ulfina Addaa Qaban Kan Beektuu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Booranni Aadaa gosa hedduu qaba, jetti Shukkee Godaanaa, waa’ee meeshaalee aadaa Booranaa kan Sirna Jila Baallii Gadaa Booranaa 72ssoo haaromsa duubaarratti daawwattootaaf himte. Kanneen keessaa meeshaan aadaa isaa ibsu gosaan hedduu, kaan ammoo ulfina addaa qabani jetti. Doola, Buuxxii, dhuuyyuma, meeshaalee aadaa Booranaa faayidaa dhimma gara garaaf oolu ta’uu ibsite.

Forum

XS
SM
MD
LG