Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Poosileen Waar’: Filmii Artisoonnii fi Lammiilee Yukireen Waraansa Keessatti Biyyaa fi Aadaa Isaniif Baraaruuf Taasisan Agarsiisu

‘Poosileen Waar’: Filmii Artisoonnii fi Lammiilee Yukireen Waraansa Keessatti Biyyaa fi Aadaa Isaniif Baraaruuf Taasisan Agarsiisu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:59 0:00

Fiilmiin dokumeentarii “Poosileen Waar” jedhame, kan waa'ee artistoota fi lammiilee Yukireen weerara Raashiyaa keessatti biyyaa fi aadaa isaanii baraaruuf qabsaa'aa jiraniitti xiyyeeffatee hojjetame. Fiilmiin kun bara 2024 badhaasa dhaabbata Saandaansi, kan “ Saandaansi Feestivaal Graand Juurii Priz” jedhamu injifatee, bara kana badhaasa Oskaariif kaadhimameera. Filimii Seenessaa kana ilaalchisee gabaasa Eleenaa Wuulf VOA dhaaf ergamee Jaallannee Gamadaa tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG