Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Guyyoota 100'f Cufamee Ture Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Garee ABUT, Kan Dr. Debretsiyoon Gebremikaa'eliin Dursamuun Banamee Jira


Kan Guyyoota 100'f Cufamee Ture Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Garee ABUT, Kan Dr. Debretsiyoon Gebremikaa'eliin Dursamuun Banamee JIra
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:21 0:00

Bulchiinsi Magaalaa Maqalee cufamee ture, Garee ABUT, Kan Dr. Debretsiyoon Gebremikaa'eliin Dursamuun Baname

Waajjirri Kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Maqalee guyyoota 100 booda har’a garee ABUT kan Debiretsiyooniin hoogganamuun kantiibaa muudameeruun banamera.

Kantiibaan pirezidaantii yeroo Tigiraay Getaachoo Radaan muudamee ture immoo addmsa fonqolcha mootummaa kan ta’e gareen kun humnaan waajjira kantiibaa cabsee itti galeera jedhe. Guyyuma har’aa gareen ABUT kan Debiretsiyoon buufta raadiyoo FM maqalee 104.4 garee hidhataniin deeggaramuun to’achuu isaa hojjetaan buufata raadichaa sagalee Ameerikaatti himeera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG