WASHINGTON,DC —
Filannoon pirezidaantummaa Amerikaa seera filannoo hin guunne jedhamuu isaa Barr hin deeggarre “raga hin qamnu” jedhee yaada waan Pirezidaanti Tiraampi jedheen more.
Baar haga torbaan dhufuu qofa hujii irra tura.Kalee Pirezidaanti Tiraampiin White House keessatti mari’ate. Marii suniin duubatti Tiraampi Titter ufi irratti Baar Kirismaas ykn guyyaa dhaloota Gooftaa Yessootiin duratti hujii fixate bu’a jedhee barreesse.
Tiraampi Xalyaa Baar isa galateeffaee hujii irraa bu’een maxaanse.Namii isa fulaa bu’u Jeff Rossen ammaaf fulaa bu’ee hojjata.