Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abbootiin Konolaataa Gargaarsa Gaafataman


Naanoo Benishaangul, Itoophiyaa

Sodaa nageenyaa naannoo Benishangul Gumuz keessaaf jecha abbootii konkolaataa, gargaarsa namoomaa deddeebisuu sodaatan itti gaafatama lammummaa isaanii akka ba’an waamichi dhiyaateefii jira.

Naannoo sana keessa buqqaatonni kuma 100tti hedhaman kan jiran yoo ta’u, mootummaas haa ta’u dhaabolii gargaarsaa biraa deggersi argamaa jiraatus, soda nageenyaaf jecha federaala biraas haa ta’u naannoo sana irraa gara bakka adda addaatti midhaan nyaataa deddeebisuun akka hin danda’amne mootummaan naannoo Beennishangul Gumuz beeksiseera.

Namoonni magaalaa buqqaatonni kun jiran keessa jiraatan, mana ofiitti namoota 15-20 keessummeessaa waan jiraniif buqqaatonni galateeffataniiru.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG