Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmad Daawwannaa Sirnaawaaf Abuu Daabii Seenan


Mummichi ministeeraa Abiyyi Ahamad yeroo Abuu Daabii dawwatanittii suuraa Amajjii 29, 2022 madda oduu WAM jedhamuun AP'f ergame
Mummichi ministeeraa Abiyyi Ahamad yeroo Abuu Daabii dawwatanittii suuraa Amajjii 29, 2022 madda oduu WAM jedhamuun AP'f ergame

Mummichi ministeeraa Abiyyi Ahamad biyyi isaanii Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT)Waliin wal waraansa keessa ituu jirtuu daw’annaa sirnaawaaf gara biyya Tokkummaa Imeretoota Arabaatti imalanii jiru.

Sanbata dabree gamas kan deeman Muummichi Ministaraa Abiyyi, humna aangoo guddaa qabu kan jedhaman fi gonfoo dhaaluuf kan jiran Bin Zaayaad Al Naahtaan simataman.

Dhaabbatii oduu biyyatti akka gabaasanti, sirna simannaa raayyaa kabajaa eega gaggeeffameefii booda walgahii gaggeessuun isaanii ibsamee jira.

Gamtaan Afrikaa fi Yunaaytid Isteetes yaalii maanguddummaa kan itti fuufan yoo ta’u gargaarsii dhala namaa akka seenuu gochuun dhimmi ijoo ta’e jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG