Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABUT Deebi’ee Dhukaasa Banee: Jiraattoota 


Maapii naannoo waraanaa agarsiisu

Humnootiin Adda Bilisummaa Uummata TIgraay(ABUT) irra deebi’uun haleellaa banuu isaaniin kan ka’e bakka jiraataa turan naannoo Waajjaa fi Alaamaaxaa irraa gara Qobbootti jiraattonni dheessan hanqiina nyaataa fi uffataa kan isaan mudatee ta’u ibsan.Haala kanaanis uummanni 12,000 godaanuun aangawonni ibsanii jiru.

ABUT dheengadda ibsa baaseen prezidaantii bulchiinsa naannoo Afaar, polisii addaa fi mootummaa Ertraa biraa deggersa qabu kan ittiin jedhe “Humna Afaar kan Galaana Dimaa” jedhaman irratti haleellaa banuu isaa beeksisee jir.

Mootummaan Itiyophiyaa gama isaan kokolaataan gargaarsa fe’anii gara Maqaleetti imalaa turan of-duuba deebi’uu isaanii ibsee jira.

ABUT Deebi’ee Dhukaasa Banee: Jiraattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00


Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG