Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xinxala Ibsa Dh.D.U.O


Jawaar Mohaameed
Jawaar Mohaameed

Ka yeroo dheeraaf mormiin mudate, plaaniin qindaa’aan magaalaa Finfinnee fi godinaa addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee guutummaatti akka hafu murteesse – jechuudhaan, koreen gidduu-galeessaa Dhaabbata Dimookiraatawa Uummata Oromoo dheengadda ibsa baasee jira.

Murtiin paartichaa, mormii gara baatiilee lamaaf Oromiyaa keessatti geggeessamaa turee fi ajjeefamuu namoota dhibba tokkoo fi afurtamaa olii dhaqqabsiiseef hagam deebii ta’uu danda’a? Mormitoonni Oromiyaa keessaa fi miidiyaaleen mormicha tumsan ibsa hoogganni DhDUO baase kana akkamitti simate? Daayirektora Ol’aamaa Oromiyaa Miidiyaa Neetwoorkii fi xiinxalaa siyaasaa. Jawaar Mohaammadii fi kan yaaddoo nageenya isaaf jecha akka maqaan isaa raadiyooo irratti himamu hin fedhiin – Yunivarsitii Finfinneetti barataa seeraa, deebii gama isaanii nuuf kennanii jiran.

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:41 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG