Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addunyaa irraa nama miliyoona 35 caalutti COVID-19 qaba


Seorang perawat dari San Diego County mengumpulkan sampel dari seorang pasien di lokasi tes Covid-19 di tengah wabah virus corona, di San Diego, California, 25 Juni 2020. (Foto: Reuters)

Akka oduu yuniberstii Amerikaa,Johns Hopkinsitti nama miliyoona caaluutti tanaan lubbuu dhabe.

Awurooppaa keessaa biyyitii akka hamaa jirtu, Biriten nama kuma 500 caalaa irratti dhiba kana argan kuma 42 caala galaafate.Addunyaa keessaa shaneessoo.

Biritenitti kalee qofa nama kuma 22,961 irratti dhiba kana argan.

Faransayitti kalee qofa nama 12,565 irratti vaayiresii kana argan,Raahiya ammoo nama kuma 10,499.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG