Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afaar Keessatti Baqattonni Ajjeefamuun Ibsamee Jira 


FAAYILII - Baqattoota Ertiraa Itoophiyaa keessa jiran, bara 2016
FAAYILII - Baqattoota Ertiraa Itoophiyaa keessa jiran, bara 2016

Itiyoophiyaa gama kaabaa naannoo Afaar keessatti wal waraansii gaggeeffame mooraa baqattoota Ertraa keessatti baqattoota 5 ajjeesuun akkasumas kuma hedduun akka dheessan taasosuu Tokkummaan Mootummootaa beeksisee jira.

Haleellaan gara jalqaba baatii Guraandhala kanaa baqattoota Ertraa kuma 100 caalan kanneen mooraa Itiyoophiyaa keessa jiraataa turan, akka dheessan taasisee kun walwaraansa baatii 15 lakkoobsisee keessattis moraan sun irra deddebi’ee haleelamaa akka ture ibsamee jira.

Haleellaa mooraa Barahallee irraa baqaattonni lubbuun hafan akka jedhanti, yoo xiqqaate baqattonni 5 ajjeefamanii, dubartoonni hedduun butamanii fudhataman.Kunis Guraandhala 3 dhiironni hidhannoo qaban mooraa sana eega seenanii booda ta’u dhabnii baqattootaa kan Tokkummaa Motummootaa (UNHCR) ibsa baaseen hubachisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG