Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaan Vaayrasii Koronaa Ittisuu Dandeesisuu Gargaarsa Meeshaalee Argataa Jirti


Meeshaan kennamee yeroo Finfinnee gahu

Mummichi ministeera Itiyoophiyaa D Abiyyi Ahmad dhaabbata Jaak Maa jedhamuu fi dhaabatta Aliibaabbaa wajjiin hojii gargaarsaa labsanii jiru.

Kunis biyyoonni Afrikaa weerar vaayrasii koronaa of-irraa ittisuu akka danda'an akkasumas qorannaa barbaachisuu akka gaggeessaniif meeshaalee barbaachisan akka argatan gochuuf ta'un ibsamee jira.

Dilbata kaleessaa ibsii waajiira mummicha ministeera Itiyoophiyaa biraa ba'e akka hubachiiseetti dhaabatoonni lameen gargaarsii arjomanmeeshalee qorannoo ittiin gaggeessan miliyoona tokko caalaa qaba.

Waan afaan fi funyaan ittiin aguuganmiliyoona 6 fi kanneen biroonis keessatti argamu.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG