Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajajaan Humnootii AddaaNaannoo Amaaraa Mana Murtiitti Dhiyaatan


 Birgaadeer jeneraal Teferraa Maammoo
Birgaadeer jeneraal Teferraa Maammoo

Ajajaan waraanaa humnootii addaa naannoo Amaaraa Birgaadeer jeneraal Teferraa Maammoo har’a yeroo jalqabaa fi har’a mana murtiitti dhiyaachuuf jiru jedhameera. Angawoonni sababaa isaan itti hidhamaniif hin ibsine. Prezidaantiin naannoo AMaaraa injiner Yiliqaal keffaalee har’a gaazixeessotaaf ibsa kennaniin, Miseensa garee dargaggootaa ka sirnaa hin ta’en Faannoo jedhamuu ta’uun namoonni yakka hojjechuun shakkaman hedduun to’annaa jala oolaniiru jedhan.

Godina goojjam dhiyaa magaalaa Mooxaa keessatti dargaggoonni Faannoo hidhamuu dabalatee mootummaan naannoo tarkaanfii inni fudhate mormii kaassisee jira jechuu dhaan Aster Misgaanaaw gabaasteetti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG