Xurree ittiin seenan

Breaking News

Al Shabaab Namoota Shan Du’aan Adabe


Leellistoonni al-Shabab Somaaliyaa lammiiwwan Briteen dabalatee kanneen dhaabolii basaasaa US, Briteenii fi Somaaliyaaf basaasan ittin jedhan namoota shan du’aan adabee jira.

Manni murtii al Shabab kan magaalaa Jilib keessaa namoota kana kan itti murteesse kaleessa ture. Namnoonni kun waltajjii maqaa Aden Hashi Ayrow hoogganaa Shabab kan misaayila Ameerikaan bara 2008 keessa ajjeefameen moggaafame keessatti itti dhukaafamuun ajjeefaman.

Al-Shabaab namoota ajjeefman keessaa tokko kan umuriin waggaa 32 Mohammed Ajhmed Mohammed kan jedhamu lammii Briteen kan garee kanatti makamuuf London irraa dhufe ta’uu beeksise.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG