Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambaasaaddr Tireesii Aan Jaakobsan Rakkoo Namoomaa Sababaa Hongeen Naannoo Somaalee Mudaterratti Aangawoota Naannichaa  Waliin Mari’atan  


Ambaasaaddr Tireesii Aan Jaakobsan Rakkoo Namoomaa Sababaa Hongeen Naannoo Somaalee Mudaterratti Aangawoota Naannichaa  Waliin Mari’atan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:55 0:00

Ambaasaaddr Tireesii Aan Jaakobsan Rakkoo Namoomaa Sababaa Hongeen Naannoo Somaalee Mudaterratti Aangawoota Naannichaa  Waliin Mari’atan 

Naannoo Somaaleetti bokkaa ganna lamaa oliif hin roobiin hafeen namootni miiliyoona sadii ol beela’anii gargaarsa eeggataa jiru, jedhama. Obbo Musxafaa Mohaammed Omar Prezdentiin naannichaa Kibxata darbe kana Hoji raawwachiistuu Imbasii Yuunaaytid Isteetis ka Finfinnee jiruu Ambaasaadder Treesii Aan Jaakobsan simatanii dhiibbaa hongeen jiraattota naannichaarraan gahaa jiruu fi haala gargaarsa namoomaa irratti mari’ataniiru. Ambaasaadder Tireesiinis Yuunaytid Isteetis gargaarsa namoomaa dabalataa dhiyeessaa jiraachuu ibsani jiru, Galmoo Daawit dabalata qaba.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG