WAASHINGITAN, DIISII —
“Ameerikaa Keessatti Warra Filame” gabaasa Kerol Genisbergi fi Beetii Ayyuub seenaa namoota siyaasaa Yunaaytid Isteets shan, maatiin isaanii Afrikaa irraa ta’anii, itti galmeessani.
Jarreen kun akkamitti fuula siyaasa Ameerikaa jijjiiraa akka jiranilee of-keessaa qabaa. Cuunfaan gabaasichaa kinooti.