Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaan waldaa biyya 170 qabu Dhaabii Fayyaa Addunyaa, WHO qorsa vaayireessii koronaa waliin hojjachuuf yayyabe keessaa baate


COVİD-19

Waldaan kun worsa COVID-19 waliin barbaaduu qofaa mitii yoo argatanillee wal qixxee qoodachuuf yayyabame.

Pirezidaantiin Amerikaa Doonaldi Tiraampi WHO ganna dabre gaafa vaayireessiin addunyaa lafa dhufe Chaayinaatti argan waan vaayireesii sunii akka dansaa hin toahanne jedhe biyya isaa waldaa sun keessaa baase.

Amerikaan akka oduu himaan bulchiisa Tiraampi jedhetti waahela ufi darattee karaa vaayireessii kanaan moohttu barbaaduuti jirti.

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG