Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ammas Baqataan Abdii Qabu’ Baqattoota


Qophii Yaadannoo Baqatoottaa, Naayroobitti
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:08 0:00

Qophii Yaadannoo Baqatoottaa, Naayroobitti

Dhaabbanni Baqataa UNHCR name Miiliyoona 68 ol qe’ee isaa irraa buqqa’ee akka jiru beeksise. Yaadannoo guyyaa baqattoota ka idil addunyaa ilaalchisuun harra ibsa baaseen dhaabbtichi, Mootummooleen Addunyaa wanna kanaaf fala barbaaduu baannaan rakkoon kun ittuu itti caaluu danda’a jechuun soda qabu himeera.

Harra Sagantaa Yaadannnoo Guyyaa Baqattootaa Keeniyaa Naayiroobiitti qophaaye irratti, baqattoonni hedduun ka hirmaatan yoo tahu, isaanis ‘Addunyaan baqataarraa fuula garagalfatteettii hedduun baqataas abdii malee jiraataa jira’ jechuun dubbatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG