Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawaan Sudaan Itiyoophiyaa Seenanii Jiru

Kan Sudaaniin bulchaa jiru kaawunsilii abbaa biyyummaaf Itti aanaa prezidaantii kan ta’an Mohammad Dagaaloo daawwannaa guyyaa lamaaf Dilbata kaleessaa Itiyoophiyaa seenanii jiru.

Dawwannaan isaanii kun kun dhaga’amuun, hidha laga Abbayyaa fi daangaa biyyoota lameenii kan ilaaleen Itiyoophiyaa fi sudaan falmii keessa yeroo jiranti.

Sudaan na weerartee jechuun Iyoophiyaan kan himattee yoo ta’u, Sudaan immoo naannoo daangaa suun kan kooti jetti. Jeneraal Diagaloon mummicha ministeeraa Abiyyi Ahmad waliin dubbachuu isaanii midiyaan biyya keessaa gabaasanii jiran.

This item is part of
XS
SM
MD
LG