Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atleet Letesenibet Gideey Riikordii Haaraa Galmeesite


Letesenbet Gideey (suuraa faayilii)

Atleet Itiyoophiyaa Letesenibet Gideey figiicha dubartootaa kan fageenya meetra kuma 10 irratti qabxii haaraa daqiiqaa 29 fi seekondii 1.03 galmeessitee jirti.

Guyyaa lama dura fiigiicha fageenya wal fakkaataan atleet siifan Hassan qabxii haaraa galmeesuun ishee ni yaadatama.Galmee haaraa Siifan galmeessitee turte sana latasanbat immoo sekoondii 5.79 foyyeesitee.

Atleetiin kan biraa Tsigee Gabra salaamaa jedhamtu Latasanbatitti aanuun lammafaa yoo taatuu 30:06.01.

Kunis dorgommii Olompikaa Tokiyoo keessatti gaggeeffamuuf jiruuf qophii biyya Neezerlaan keessatti gaggeeffamaa jiru ta’uun beekamee jira.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG