Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atoobisiin Humna Elektriikiitin Hojjatu Keeniyaatti Oomishame


Atoobisiin Humna Elektriikiitin Hojjatu Keeniyaatti Oomishame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:36 0:00

Dhaabbanni Opibaas jedhamu ka lammiilee Siwiidishi fi Keeniyaatin hundeeffame atoobisii humna elektiriikitiin hojjatuu yeroo duraatii Afrikaa keessatti oomishuu fi kayyoon isaas faalama qilleensaa geejibaan dhaqqabu qulqulleessu akka ta’e beeksiseera.

Dhaabbanni Keeniyaa magaala Naayiroobii keessaa kun ji’oota xinnoo keessatti biyyattii keessatti, bara 2023 immoo biyyoota Afrikaa kaan keessatti atoobisoota isaa gabaatti dhiheessuudhaa karoora qaba jedha, gabaasni Jumaa Majanigaa Naayroobii irraa erge.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG