Angawoonni gameeyyiin mootummaa fi naannoo Amaaraa akkasumas angawoonni sadarkaa ol aanaa ayyaana Gannii ayyaaneffachuuf jecha bakka hambaa seenaa taate Laallibelaa seenaa jiran. Miseensonni lammiiwwan Itiyoophiyaa biyyootii alaa jiraatan duruu heddumminaan magaalattii seenan.
Ayyaanni kun kan ayyaaneffatamu kibba Amaaraa fi godinaalee naannoo Walloo to’annaa TPLF jalaa baafamee torbanneen hanga tokko booda.
Gama biraan jiraattonni godina walloo kibbaatti kan argamu kan magaalaa dessee ayyaanicha miira wal makaa dhaan ayyaaneffataa jiran.