Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ba’ii Qormaata Biyyooleessaa Mormuun Hiriirri Ba’ame Humnootii Nageenyaan Diigamee Jira


FAAYILII - Magaala Baahir Daar, naannoo Amaaraa
FAAYILII - Magaala Baahir Daar, naannoo Amaaraa

Bulchiinsa nannoo Amaaraatti ba’ii qorannoo biyyooleessa kan kutaa 12 irratti barattonni komee qaban magaaloota adda addaa keessatti kan hiriiran ta’uus iddoo hedduutti humnootii nageenyaan adda facaafamuu isaanii waldaan barattoota Amaaraa beeksisee jira.

Maatiin ijoollee barsiisonni waldaaleen sivikii mootummaan naannoo komee dhageesisaa kan jiran ta’uun ibsamee jira.Komee dhiyaatan ilaaluu isaa kan ibsuu dhaabbatii Imbaa Xabbaaqii jedhamu akka jedhutti qornaa gaggeesseen Ejeensiin qormaataa akkaataa hojii tartiiba hin qabne akka hordofuu fi kanneen komee dhageesisaniif deebiin kenna farra Deemokraasii ta’u ibse.

Komee dhiyaatu kanaaf deebii ga’an hin kennamu taanaan mana maree bakka bu’oota uummataatti kan dhiyeessu ta’u torban dabree beeksisuun isaa ni yaadatama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG