Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baayiden Odeeffannoo Waa'ee COVID 19 Bulchiinsa Prezidaant Traamp Irraa Argachuu Dhabuu Himachuun Qeeqan


Ka prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman, Joo Baayiden
Ka prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman, Joo Baayiden

Yunaayitid Isteetis keessatti lakkobsi namoota Vaayirasii COVID 19n qabamanii Miliyoonii 11 caalaa ennaaa jirutti ka prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman Joo Baayiden, kan hanga ammaatti injifatamuu isaanii sinaan hin beeksisiin jiran, prezidaant Traamp odeeffannoo waa’ee dhukkubichaa isaaniif qooduu dabalatee cehumsa aangoo miijawaa yoo hin taasisne gama Vaayirasichatti fala barbaaduutiin boodatti harkifachuun akka jiru akeekkachiisan.

"Kan nuti akka argannu hin taasisamiin waan baay’ee tu jira. Wantoota baraachisan kana yoo amma dafnee hin arganne, abdii guguddoo fuul-dura keenya jiran, kan kaampaaniileen dawaa lama talaaliwwan dhibba keessaa harka 95 vaayiressicha ittisuu danda’aniin as bahaa jiran ilaachisee wanna barbaachisu qindeessuu fi karoora baafachuu irratti torbanootaan yokaan baatiileen boodatti harkifachuu ni mala," jedhan, Baayiden.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Baayiden Odeeffannoo Waa'ee COVID 19 Bulchiinsa Prezidaant Traamp Irraa Argachuu Dhabuu Himachuun Qeeqan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:57 0:00


XS
SM
MD
LG